El servicio también está disponible en su idioma. Para cambiar el idioma, presione Española
Best analytics service

Add your telegram channel for

  • get advanced analytics
  • get more advertisers
  • find out the gender of subscriber
لغة وموقع القناة

all posts ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!  @Abdii_Sabaa  💬NU QUNNAMUUF💬   @Abdiisabaa Dm  🎯BARNOOTAAF  @Abdiisabaa  🎯MARIIF  @Garee_Abdii_Sabaa  
عرض المزيد
448 508+241
~78 210
~17
25.92%
تقييم تيليجرام العام
عالميًا
2 434المكان
من 78 777
1المكان
من 51
في الفئة
80المكان
من 2 347
أرشيف المنشورات
#Waamicha Yuunivarsitiin Odaa Bultum waamicha barattoota Idilee Fulbaana 21fi 22/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
20 350
17
#Ads Nuti Barnoota Anatomy eegaluu keenyatti gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama. Galmeee eegallee jirra namoota dursanii galmaa’aniif 50% gatii hirrisnee jirra. Carraa kanatti fayyadamaa. Barnoota Fayyaa bifa qulqullina qabuun afaan keessaniin baradhaa. irratti nu hordofaa!
31 531
4
Komii Barattootaa. Barattoonni bara 2016 qormaataa kutaa 8ffaa fudhachuudhaan qabxii dorgomsiisee mana barumsaa bultii addaa isaan seensiisu galmeesisan MBBA oromiyaa komatanii jiru. Akkuma beekkamu MBBA Oromiyaa barattootaa qaxalee bu'aa qormaata kutaa 8ffaa ilaaluudhaan dorgomsiisee kan fudhatu yoo ta'u bara kanas barattoota bara 2016 bu'aan qormaata kutaa 8ffaa isaanii bareeda ta'e ulaagaa barbaachisuu dorgomsiisee tureera. Maarree barttoota Qormaata seensaa mana barumsichaa darban maqaa barattoota 1492 gama miidiya hawwaasaa Telegiramiidhaan maxxansanii kan turanis yoo ta'u guyyoota xiqqoo keessatti ammoo maqaa barattoota muraasaa keessaa hambisuudhaan kan maxxansan ta'uu barattoonni kunnee heeran. Qabxii seensaa dhiiraaf 73,dubartootaaf 70 jedhamee maxxanfamee kan ture jijjiraamuudhaan dhiirootaaf 78 akkasumas dubartootaaf ammoo 75 taasisuudhaan maqaa barattoota 703 qofa maxxansuu isaanii fi kanneen hafan ammoo MA addaa Naannoo isaanitti argamutti barachuu akka danda'an haala mijeessuu isaa barattonni himaniiru. Sababa kanaaf xin-sammuun barattootaa kanneenii akka tuqamee fii akka hedduu gaddan akkasumas maatiin illee erga qophii hedduu xumuranii jijjiirraan yaadaa kun jiraachuun barattootaa fi maatii barattoota hedduu akka miidhe dubbataniiru. ''Gochi akka kanaa bareedaa mitii boruufillee wal amantaa keenya hir'isaas''jechuudhaan barattoonnj kunneen komatan. Kun maaliif akka ta'e ibsa bal'aa biiroo barnootaa oromiyaa fi qaama dhimmichi ilaallaturaa akka nuuf laatamuu barbaanna kan jedhan barattoonni kunneen yaadaa tasgabbii qabuun gara barnoota idilee isaaniittii deebi'uu akka barbaadanis ibsaniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA 📡
عرض المزيد ...
40 880
29
Ambaasaaddara Itoophiyaa dabalatee Dippilomaatota 12 irrattii haleellaan Boombii raawwatame. Paakistaanitti ambaasaaddara Itoophiyaa dabalatee dippilomaatota 12 irratti haleellaan boombii raawwatame. Paakistaanitti haleellaan boombii konkolaataa jila dippilomaatotaa kan ambaasaaddarri Itoophiyaa Obbo Jamaal Bakar keessa jiran irratti raawwatame lubbuu poolisii dippilomaatota dabaalee deemaa ture tokko galaafate. Haleellaan kun dippilomaatonni biyyoota adda addaa Paakistaan bakka turizimiin beekamtu Iswaat Vaalii jedhamtu daawwachuuf yeroo jiran Dilbata kaleessaa dhaqqabe. Jilli dippilomaatota haleellaan kun irratti qiyyeefate amabasadara Itoophiyaa dabalatee, kan Ruwaandaa, Indoonezhiyaa, Raashiyaa, Kazaakistaan fi Zimbaabuwee fi kanneen biroo akka keessatti argaman gabaafameera. Haleellaa kanaan dippilomaatota kanneen irratti miidhaan dhaqqabe kan hin jirre ta’uus, lubbuu poolisii tokko galaafachuun poolisoota afur biroo madeesseera. Itoophiyaan karaa Ministeera Dhimma Alaatin haleellaa raawwatame balaaleffachuun maatii miidhamtootaaf, uummata fi mootummaa Paakistaaniif jajjabina hawwiteetti. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
43 287
4
#Viidiyoo Mucaa waggaa tokkoofi mucaa ji’a torba gudeeduun erga to’annaa poolisii jala oolee booda ummanni aarii guddaan mana hidhaa cabsuun namicha gudeede kana fuudhanii karaatti baasanii akka viidiyoo kana irratti mullatutti abiddaan gubanii ajjeesan. Taateen kum Biraazil keessattidha kan raawwate! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

IMG_8791.MP4

76 290
139
Yuunivarsitiilee tokko tokkoofi guyyaa waamichaa 🔵 #yuunivarsitii_Waldiyaa: Galmeen Fulbaana 27 fi 28/2017 🔵 #yuunivarsitii_Wallaggaa: Galmeen Fulbaana 20 fi 21/2017 (Barnoonni Fulbaana 22/2017 eegala) 🔵 #yuunivarsitii_Miizaan_Teeppii: Galmeen Fulbaana 06 fi 07/2017 🔵 #yuunivarsitii_Samaraa: Galmeen Fulbaana 09 fi 10/2017 (Barnoonni Fulbaana 13/2017 eegala) 🔵 #yuunivarsitii_Salaalee: Galmeen Fulbaana 20 - 21/2017 🔵 #ASTU (Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa): Galmeen Fulbaana 21- 22/2017 (Barnoonni Fulbaana 23/2017 eegala, Adabbiin galmaa’uuf Fulbaana 23-24/2017) 🔵 #yuunivarsitii_Qabri_Dahar: Galmeen Fulbaana 20 - 21/2017 🔵 #yuunivarsitii_waachaamoo: - Digirii jalqabaa: Galmeen Fulbaana 27 fi 28/2017 (Barnoonni Fulbaana 30/2017 eegala) - Digirii lammaffaa: Galmeen Fulbaana 19 fi 20/2017 (Barnoonni Fulbaana 23/2017 eegala) - Sirreeffama Bu’aa darbiinsa: Galmeen Onkoloolessa 4 fi 5/2017 🔵 #yuunivarsitii_DirreeDawaa: Galmeen Fulbaana 8 - 10/2017 🔵 #yuunivarsitii_Arbaa_Minci: Galmeen Fulbaana 19/2017 🔵 #yuunivarsitii_Mattuu: Galmeen Fulbaana 20 fi 21/2017 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
69 910
37
Yuunivarsitiilee tokko tokkoofi guyyaa waamichaa 🔵 #yuunivarsitt_Waldiyaa: Galmeen Fulbaana 27 fi 28/2017 🔵 #yuunivarsitt_Wallaggaa: Galmeen Fulbaana 20 fi 21/2017 (Barnoonni Fulbaana 22/2017 eegala) 🔵 #yuunivarsitt_Miizaan_Teeppii: Galmeen Fulbaana 06 fi 07/2017 🔵 #yuunivarsitt_Samaraa: Galmeen Fulbaana 09 fi 10/2017 (Barnoonni Fulbaana 13/2017 eegala) 🔵 #yuunivarsitii_Salaalee: Galmeen Fulbaana 20 - 21/2017 🔵 #ASTU (Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa): Galmeen Fulbaana 21- 22/2017 (Barnoonni Fulbaana 23/2017 eegala, Adabbiin galmaa’uuf Fulbaana 23-24/2017) 🔵 #yuunivarsitii_Qabri_Dahar: Galmeen Fulbaana 20 - 21/2017 🔵 #yuunivarsitt_waachaamoo: - Digirii jalqabaa: Galmeen Fulbaana 27 fi 28/2017 (Barnoonni Fulbaana 30/2017 eegala) - Digirii lammaffaa: Galmeen Fulbaana 19 fi 20/2017 (Barnoonni Fulbaana 23/2017 eegala) - Sirreeffama Bu’aa darbiinsa: Galmeen Onkoloolessa 4 fi 5/2017 🔵 #yuunivarsitii_DirreeDawaa: Galmeen Fulbaana 8 - 10/2017 🔵 #yuunivarsitii_Arbaa_Mincii: Galmeen Fulbaana 19/2017 🔵 #yuunivarsitii_Mattuu: Galmeen Fulbaana 20 fi 21/2017 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
907
1
#IrreechaWalk Deemsa miillaa irreechaa
80 732
19
#Waamicha Fulbaana 25 fi 26/2017 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
90 585
10
#Ads Barattoota barnoota fayyaa gatii madaalawaan oonlaayin viidiyoo qulqullina isaa eeggateen Afaan Oromoon barachuu barbaaddan marti karaa nu hordofaa. Galmeee eegallee jirra namoota dursanii galmaa’aniif 50% gatii hirrisnee jirra
99 461
17
Bu'aan barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 ifoomeera. Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera irraa argattu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
120 604
426
#Waamicha Barattoota idilee akkasumas bara 2017 Barattoonni haaraa Yuunivarsitii Arsiitti ramadamtan guyyaan seensaa fi galmee Fulbaana 20 fi 21/2017 ta’uu Yuunivarsitichi beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
130 275
154
#Waamicha Yuunivarsitiin Asoosaa yeroon galmee barattoota idilee bara barnootaa 2017 Fulbaana 27 fi 28/2017 ta’uu beeksise. Guyyaan galmee barattoota yeroo boqonnaa Fulbaana 25 fi 26/2017 akka ta’e ibsamee jira. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
121 411
37
#Komii_barattootaa. . Waamicha manneen barnoota olaanoo yeroo hammaa kana taasifamaa jiruun wal qabatee barattoonnii iddoowwaan rakkoo nageenyaa jirutti argaman rakkinaa fi yaaddoo hamaa keessa jiraachuu isaanii himan. Akkuma beekkamu yunivarsiitiiwwa addaa addaa wayita kana barattootaa waamaa kan jiran yoo ta'u Kanuma ilaalchisuudhaan barattoonni  naannolee rakkoon nageenyaa muudatee jirutti argaman rakkoo networkiitiin rakkachaa akka jiran heeraniiru. Keessumayyuu barattoonni salaaleetti argaman hedduu rakkachaa akka jiranii fi qaamni  dhimmichi ilaallatu furmaata akka itti laatuuf gaafataniiru. Haalli nageenyaa jirus yaaddeessa ta'uu heeraan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
120 155
23
#iyyaafannoo Namni asii suuraan mula'attu tun kan maqaan ishee Madaanit Gizaaw Hordofaa jedhamtu Gaafa guyyaa 5/12/2016 sa’a 7:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Roobee Ganda Caffee Doonsaattii manaa baatee manatti hin debi'nee, gaafa manaa baatuu surree bifa daalachaa qabuu, kootii gurraachaa fi shurraabii bulee godhattee manaa baate. Kanaafuu namoonni argitan ykn iddoo isheen jirtuu beektan nugargaraa jedhuu maatin ishee. Gatii dadhabbii keessaniis ni kaffala jedhu maatiin. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
109 129
13
#iyyaafannoo Namni asii suuraan mula'attu tun kan maqaan ishee Madaanit Gizaaw Hordofaa jedhamtuu Gaafa guyyaa 5/12/2016 sa'atti 7:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Roobee Gandaa Caafee Doonsaattii manaa baate manaatii hin debi'nee, gaafa manaa baatuu suree bifaa dallachaa qabuu, kootii gurrachaa fi shurrabii bulee godhatee manaa baatee kanafuu namonnii argitaan yookiin iddoo ishee jirtuu beektan nugargaraa jedhuu maatin ishee. Gatii dadhabii kessaanis ni kaffala jedhuu maatiin ishee. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
1
0
#Ads Barattoota barnoota fayyaa gatii madaalawaan oonlaayin viidiyoo qulqullina isaa eeggateen Afaan Oromoon barachuu barbaaddan marti karaa nu hordofaa. Galmeee eegallee jirra namoota dursanii galmaa’aniif 50% gatii hirrisnee jirra
111 125
13
#Waamicha Yuunivarsitiin Hawaasaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
116 695
38
#Waamicha Yuunivarsitiin Gaambeellaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
130 723
42
#Waamicha Yuunivarsitiin Gaambeellaa guyyaan waamichaa Fulbaana 21 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
1
0
#Waamicha Beeksisa Barattoota Sagantaa Idilee fi Torbanii Yuunivarsitii Amboo Hundaaf Guyyaan galmee Fulbaana 27-28/2017 A.L.I tti ta'uu beektanii, qaamaan argamuun akka galmooftan isin beeksisna. Ibsa dabalataa: - Barattoonni sagantaa fooyya'insa yuunivarsiitii Ambootti hordofaa turtanii fi gabxii darbiinsaa argattan akkasumas barattoonni haaraa bara 2017 ramadamtan, guyyaan itti waamamtan fuulduratti beeksifama. - Barataan guyyaa eerame dursee ykn dabarsee dhufe, kan hin keessummeessine ta'uu cimsinee isin hubachiisna. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
139 798
205
#Oduu_Ammee Paartiin Bilisummaa Ummata Tigraay garee Dr. Debretsion G/Mikaa'eliin durfamu itti aanaa dura taa'aa dhaabbatichaa Geetachoo Raddaa dabalatee miseensonni koree giddu galeessaa 16 hojiirraa ari'amanii itti gaafatamummaa jaarmiyaa irraa kaafamuu beeksise. Walgahii Fulbaana 6/2017 gaggeeffame ilaalchisee ibsa fuula sadii qabu dhaabbatichi baase keessatti:-  1. Obbo Geetaachoo Raddaa  2. Gorsa Obbo Yene 3. Prof. Kandiyaa G/Hiyoot 4. Dr. Hagos Godiffee 5. Aadde Almaz G/Tsadiq 6. Obbo Redaayi Halefom 7. Aadde Juuliyeet Kahsaayi 8. Obbo Isaayyaas Taaddasaa 9. Obbo Solomon Masho 10. Obbo Shishaayi dagachuu 11. Dr. G/Hiwet G/Her  12. Obbo Raskuu Alemau 13. Obbo Haftuu Kiroos 14. Obbo Birhaanee G/Yesuus 15. Obbo Rufaa'eel Shifaree  16. Obbo Negaa Asefaa  Miseensummaa fi itti gaafatamummaa jaarmiyaa irraa ari’amaniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
125 611
26
#Wallaggaa 1. Barattoonni digrii jalqabaa "Natural Science, Social Science and Pre-Engineering" bara 2016 semestera lammaffaa xumuran, guyyaan iyyannoo Fulbaana 19/2017, ramaddiin daree ammoo Fulbaana 20/2017 irraa eegalee ni raawwatama. 2. Barattoonni digirii jalqabaa fi digirii lammaffaa waggaa afraffaafi isaa ol jiran hundi yeroon galmee Fulbaana 27 fi 28/2017 akka ta’ee fi barnoonni Fulbaan 29/2017 eegala. Barattoonni Rimiidiyaala dabartan barattoota haaraa waliin waamamtu SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
113 457
44
#Waamicha Yuunivarsitiin Barnootaa Kotebee barattoota digirii jalqabaa idilee waggaa 4ffaa fi barattoota guyyaa digirii lammaffaa waggaa 3ffaa fi isaa ol ta’aniif guyyaan seensaa Fulbaana 20/2017 ta’uun ibsameera. Barattoonni idilee digirii jalqabaa bara 2015 seenanii fi barattoonni digirii lammaffaa guyyaa guyyaan gmseensaa Fulbaana 21/2017 akka ta’e ibsamee jira. Barattoonni digirii jalqabaa idilee waggaa tokkoffaa bara 2016 waa’ee filannoo Dippaartimentii Fulbaana 20/2017 akka beeksisan himameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
119 400
32
#update Yuunivarsitiin Walayittaa Sooddoo guyyaan waamichaa Fulbaana 10 - 11/2017 waamee ture gara Fulbaana 20 fi 21/2017 dheeressuu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
112 703
31
#Waamicha Guyyaan galmee Fulbaana 25 fi 26/2017 Barattoota haaraafi Rimidiyaala dabartan Fulbaana 23 fi 24/2017 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
113 202
34
Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 boru eegala - BBO Naannaaoo Oromiyaatti adeemsii baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 guyyaa boruu Kibxata, Fulbaana 7, 2017 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa beeksiseera. Manneen Barnootaa kuma 37, 941 ol keessatti Barsiisota kuma 300 oliin barattoota miliiyoona 12 ol simachuun barsiisuuf qophii ta'uu ibsameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
116 901
32
Godina Salaalee aanaa Dharraatti konkolaachistoonni naannoo Amaaraa keessa qaxxaamuruun gara Ficheefi Finfinnee akka deeman taasifaman ajjeefamuu jiraattonni himan. Konkolaachistoonni kunneen ukkaamfamuun birrii miiliyoona 1 hanga 2 erga gaafatamanii booda birriis irraa fudhachuun ajjeefamuu isaaniitu himame. Konkolaachistoonni baay’inaan gara sagalii ta’an osoo gara Ficheefi Finfinnee deemaa jiranii humnoota finxaaleyyii faannoo Amaaraan gammoojjii Fexiraa jedhamutti torban dura qabamuu maddeen ibsan. Humnoonni kun konkolaachistoota kana erga qabamii booda viidiyoodhaan waraabamanii ergaa dubbachaa turaniin baatiiwwan hedduuf Dharraa keessa dhaabbataa turuun rakkatanii filannoo dhabanii karaa naannoo Amaaraa keessa dabarsu kanaan imala isaanii gara Finfinneefi Fichee akka eegalan himu. Humnoonni finxaaleyyii faannoo kun nagaan akka isaan geggeessaa jiran viidiyoo kana irratti yoo dubbatan kan dhaga’amu ta’ullee, viidiyoo sana waraabanii erga qoodanii booda konkolaachistoota kana dhabamsiisaniiru jedhame. Dargaggoo Milkeessaa Xilaahun konkolaachisaa kan ta'e naannoo sanatti humnoota kanaan warra qabame keessaa tokko yoo ta’u, maatiitti bilbiluun birrii miiliyoona 1 fi kuma 200 erga fudhatanii booda ajjeesan jedhame. Jalqaba miiliyoona tokko gaafatanii jennaan, abbaan isaa lubbuu ilma isaa baraarrachuuf mana qabu qabsiisee maallaqa kana liqeeffachuun humnoota finxaaleyyii faannoo Amaaraa kanaaf erguu himan. Erga birrii miiliyoona tokko kana fudhatanii booda ammas birrii dabalataa kuma 500 gaafannaan, kadhatee gara birrii kuma 200 tti hir’isaniif jedhu. Birrii kuma 200 kanas, namoota irraa kadhachuun dabalata humnoota kanaaf ergan illee ilma isaanii lubbuun baafachuu hin dandeenye. Konkolaachistoota sagal qabamanii turan keessaa torba dhalattoota Oromoo ta’anii Godina biraa ta’uu kan himan maddeen, lama immoo dhalattoota Aanaa Dharraati jedhan. Konkolaachistoota kanneen hunda tokkoo tokkoo isaanii irraa birrii miiliyoona tokkoo hanga lamaa gidduu erga irraa fudhatanii booda ajjeesaniiru jedhu maddeen aanaa Dharraa itti dhiyeenyaan beekan. Konkolaachistoonni kun naannoo Amaaraa keessaan gara Ficheefi Finfinnee akka deeman kan taasisan, abbootii qabeenyaa fi caasaawwan mootummaa aanaa Dharraa kanneen humnoota finxaaleyyii kana deggeru jedhamanidha. Aanaa Dharraa gandoota baay'ee keessa humnoonni finxaaleyyii faannoo socho'aa jiraachuu kan himan maddeen, gandoota isaan keessa socho'an kana keessatti uummanni gibira isaaniitti kanfala jira jedhame. Gandoota kudhanii ol ta’an qabachuun keessa qubatanii wal leenjisaa uummata gandoota kanneenii gibira kaffalchiisaa jiru jedhan. Magaalaa Guddattuu Sararkullaa, Maammoo Buqinii, Maakkafta Mannayyoo, Maakkafta Jirruu, Abbuu Godoo, Bahiit, Gabroo Barreessaa, Karaaba, Magaalaa Guddattuu Tuutii, Hoomaa Boniyyaa, Hoomaa Barrisoo fi kanneen biroo to’annaa humnoota kanaa jala jiran jedhu maddeen. Gandoota kana keessattis Kaambii Waraanaafi Mooraa leenjii banachuun itti wal leenjisaa jiraachuu himu. Daandii aanaa Dharraa irraa ka’ee Oromiyaa keessaan gara Finfinneefi Fichee geessu cufanii kan naannoo Amaaraa keessa qaxxaamursee Ficheefi Finfinnee geessu banuun, gandoonni hedduun humnoota kanaan qabamee osoo jiruu callisanii ilaaluun akkuma karoora isaaniitti aanicha suuta suutaan bulchiinsa naannoo Amaaraa jala galfataa akka jiran argisiisa jedhaniiru. Uummata humnoota finxaaleyyii kana ofirraa ittisu meeshaa irraa hiikuufi hidhuun immoo caasaan mootummaa aanichaa humnoota finxaaleyyii kanaaf loojistikii dhiheessuun haalota mijeessaafii deemaa jiru jechuun ibsaniiru. Maddi OMN SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...

IMG_8727.MP4

118 720
44
#ASTU & Bara 2017 keessa Yuunivarsitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneefi fi Yuunivarsitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota saayinsii uumamaa bara 2016 qormaata seensa yuunivarsiitii biyyoolessaa kutaa 12ffaa irratti qabxii %50 fi isaa ol galmeessisanii fi barnoota isaanii Applied science fi injinariingiin itti fufuu barbaadan Yeroo galmee: Fulbaana 6 hanga Fulbaana 13, 2017tti Galmeen kan xumuramu:- Fulbaana 13, 2017, sa’aatii 6:00 p.m. Iddoo galmee: Iyyattoonni ulaagaa galmee guutan fayyadamuun bakka kamittuu toora interneetii irratti galmaa’uu ni Guyyaa Qormaataa: Guyyaan galmee erga xumuramee booda marsariitii keenya irratti isin beeksifna. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
116 097
178
Finfinneetti barnoonni Wiixata dhufu eegala jedhame. Barnoonni bara barnootaa 2017 Magaalaa Finfinneetti Wiixata Fulbaana 6, 2017 akka eegalu Biiroon Barnootaa Magaalichaa beeksise. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
133 944
32
#Ads Barattoota barnoota fayyaa gatii madaalawaan oonlaayin viidiyoo qulqullina isaa eeggateen barachuu barbaaddan karaa nu hordofaa. Galmeee eegallee jirra.
143 499
44
#Waamicha Barattoota idilee digrii jalgabaa fi digrii 2 faaf 3 faa Yuunivarsitii Jimmaa hundaaf Galmeen keessan bara barnootaa 2017A.L.I. gaafa Fulbaana 20-21, 2017A.L.I. kan gaggeessamuu waan ta'eef reejistiraara kolleejjii ykn instiitiyuutii keessatti barattanitti qaamaan argamtani galmee akka raawwattan cimsinee beeksisna. Yaadachiisa: Galmeen iyyattoota sagantaa eebbaan boodaa (digirii 2ªf 3) kan gaggeessamu gabxiin qormaata NGAT erga gadhiifamee booda akkaataa beeksisa bahuun ta'a. Galmeen barattoota sagantaa Remedial kan gaggeessamu sagantaa barattoota digirii jalgabaa haaraa bara 2017A.L.I. yunivarsiitichatti ramadaman wajjin waan ta'eef beeksisni kun isaan hin ilaallatu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
145 863
97
Mawliidi 1499ffaan guyya borii sanbata guddaa akka kabajamu manni maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
133 303
38
#Yuunivarsitii_Waraabee Yuunivarsitiin Waraabee barattoota idilee digirii jalqabaaf waamicha taassiseera. Guyyaan galmee barattoota sagantaa idilee digirii jalqabaa baachii bara 2014 fi 2016 (waggaa 3ffaa fi 1ffaa) Fulbaana 20 fi 21/2017 ta’uu Yuunivarsitichi beeksiseera. Fulbaana 22, 2017 adabbii maallaqaan galmooftu. Guyyaan galmee barattoota sagantaa idilee digirii jalqabaa bara 2013 (waggaa 5ffaa) Onkoloolessa 5 fi 6/2017 Onkoloolessa 7/2017 galmee adabbiiti. Barattoota sagantaa sirreeffamaa xumurtan waamichi fuulduratti taassifama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
142 848
46
#Waamicha Bara barnootaa 2017f barattoonni idilee buleeyyiin hundi gara mooraatti kan deebitan Fulbaana 22 fi 23, 2017 ta'uusaa beektanii guyyaa jedhame kanatti mooraa Yuunivarsitichaa Daayirektoreetii Reejistiraaraa fi Almuunaayiitti qaamaan argamuun akka galmooftan isin beeksisaa guyyaa jedhame kana dursees ta'e dabarsee kan dhufe kan hin keessummeessine ta'uu keenya cimsinee isin beeksifna. Hubachiisa: Barattoonni haaraa 2017 yuuniversitii Dambi Doollootti ramadamtaniifi barattoonni bara 2016 sagantaa fooyya insaan (Remedial) barnoota keessan yuuniversiitii Dambi Doollootti hordofaa turtani gabxii darbiinsaa argattan guyyaan gara mooraatti seentan fuuldura kan isin beeksifnu ta'uu ibsina. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
153 770
54
Oduu Suukanneessaa Daa’ima lama bifa suukanneessaan erga waraanee ummanni qabee rebuun ajjeese. Namni daa'imman lama waraanee ba'uuf yaale hawaasa naannootiin ajjeefame. Naannoo Amaaraa, Zoonii Goojjam Bahaa, Bulchiinsa Magaalaa Debre Maarqoosi, Aanaa Abmaa, Qabalee 01, iddoo addaa, Kebt Teraa jedhamee waamamutti, gaafa 01/2017, namni Le Alem Ashebbir jedhamu waggaa 10f mana kirreffatee jiraataa ture keessatti Daa'ima ganna 7 maqaan isaa Naati Solomon jedhamu waraanee ajjeesee Abisaaloom Maamaruu, daa'ima umriin isaa wal fakkaataa ta'e ajjeesuuf yaaluun itti aansuun haadha daa’ima kanaa ajeesuuf wayita yaalutti iyyitee ummanni dhufuun nama kana bifa viidiyoo irratti mullatuun uleen reebuun ajjeesaniiru. Poolisiin naannichaa gama isaatiin yakkamaan kun wayita yakka raawwatutti tarkaanfii irratti fudhatameen du’erra jechuun gabaaseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...

IMG_8683.MP4

135 737
58
#Waamicha Galmeen barattoota idilee marti Fulbaana 27fi 28/2017 ta’uu Yuunivarsitiin Waldiyaa beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
131 302
24
#Waamicha Yuunivarsitiin Wallaggaa Barattoota buleeyyiifi waggaa 1ffaa haaraa ramadamtan sagantaa Idileefi al-idileetiin (Regular & CDEP) kan digirii 1ffaa, 2ffaafi 3ffaa hundaaf guyyaan galmee Fulbaana 20 fi 21/2017 ta’uu beeksiseera. Barnoonni Fulbaana 22/2017 eegala. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
137 241
118
Qormaata guyyaa borii Yuunivarsitii finfinneetti kennamu irratti maqaan keessan hin diriirre taanaan marsaa itti aanutti akka diriirtan Yuunivarsitichi beeksiseera. Qormaata GAT Fulbaana 03/2017 Yuunivarsitii Finfinneetti eegalu namoonni sirnaan galmaa’uun maqaan isaanii hin diriirre marsaa 2ffaa, 3ffaa fi marsaawwan itti aananiin eeganii akka qoraman yuunivarsitichi beeksiseera. Diriira maqaa keessaniifi odeeffannoo teessoo qormaataa argachuuf Sagantaa Ganamaa Sagantaa Galgalaa Qormatoota maraaf carraa gaarii hawwina! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
146 156
41
#GAT Sagantaa galgalaa Yuunivarsitiin Finfinnee sagantaa qormaata galgalaa GAT boru Jimaata Fulbaana 3, 2017 gaggeeffamu ifoomseera. Qormaati kun Fulbaana 3, 2017 galgala sa’aatii 7፡30-11፡00 tti kan kennamu yommuu ta’u, qoramtoonni, iddoo qormaataa faayila maxxansa kanatti hidhamee jiru irraa argachuu ni dandeessu. Sagantaa Ganamaa argachuuf SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA 📡

#AAU #GAT Afternoon Schedule .xls

138 385
22
Warshaan Konkolaataa Bishooftuu Konkolaata Moodela “N7 Pickup” gabaaf dhiyeessuufi. Garee Itiyoo-Injiinariingiitti Warshaan Oomisha Konkolaataa Bishooftuu konkolaatota Moodela “N7 Pickup” gabaaf dhiyeessuuf ta’uu beeksise. Indaastirichi, bara baajataa kanatti konkolaattota Moodela “N7 Pickup” 250  oomishuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu eereera. Karoora kana keessaa marsaa jalqabaan konkolaattota moodelichaa 37 kurfeessuun maamiltootaaf dhiyeessuuf qophii xumuruu ibsuu ragaan Garicharraa argame ni mul’isa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
134 633
6
#Waamicha Galmeen barattoota idilee waggaa 3ffaa Fulbaana 06fi 07/2017 ta’uu Yuunivarsitiin Miizaan Teeppii beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
127 698
24
Pirezidantii Koree Olompikii Itoophiyaa Dr Ashabbir W/Giyoorgis dabalatee hoggantoonni Koree Olompikii Itoophiyaa daddabarsa seeraan alaafi kaanin himanni irratti baname. Kanneen himata kana banan Kumaalaa Atileet Hayilee Gabrasillaasee, Atileet Gazzaahany Abarraa, Federeeshinii Buunyaafi Federeeshinii Teenisii Itoophiyaadha. Galmee himannaa Mana Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa Dhaddacha Araadaatti banameerratti maqaan namoota afuriifi dhaabbata tokko eerameera. Himatamtoonni kuni Koree Olompikii Itoophiyaa, Pirezidanticha Dr Ashabbir W/Giyoorgis, Qabduu maallaqaa Dr Edan Ashannaafiidha. Akkasumas Barreessaa Olaanaa Koree Olompikii Obbo Daawwit Asfaaw fi Itti-aanaa isaanii Obbo Gazzaahany Waldees jiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
127 501
15
#GAT Yuunivarsitiin Finfinnee qormaata GAT digirii lammaffaa boru Jimaata Fulbaana 3, 2017 akka gaggeeffamu beeksise. Qormaati kun Fulbaana 3, 2017 ganama sa’aatii 2:00-8:00tti kan kennamu yommuu ta’u, qorqmtoonni, iddoo qormaataa faayila maxxansa kanatti hidhamee jiru irraa argachuu ni dandeessu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA 📡

#AAU #GAT Schedule.xls

124 542
25
#ASTU Barattoonni Yuunivarsitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa waggaa lammaffaa marti Fulbaana 04/2017 irraa eegaluun Report akka taassitan Yuunivarsitichi beeksiseera. Qormaati xumura Semisteera 2ffaa Fulbaana 07-14/2017 kennama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
123 191
11
#Waamicha ⚡️Galmeen barattoota idilee digirii jalqabaafi digrii lammaffaa Fulbaana 09fi 10/2017 kan gaggeeffamu yoo ta’u, Fulbaana 13/2017 barnoonni ni eegala; ⚡️ Barattoonni waggaa tokkoffaa bara 2016 Yunivarsiitii Samaraatti sagantaa sirreeffama n bu'aa darbiinsa argattanii fi bara 2017 Ministeera Barnootaatiin Yuunivarsiitichatti haaraa ramadamtan, guyyaan galmee fuulduratti isin beeksifama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
123 486
22
Yuunivarsitii Jinkaa waamicha barattootaa yeroo hin beekamnetti dheeresseera. Yuunivarsitii Jinkaa waamicha barattootaa Fulbaana 7fi 8/2017 jedhee kan ture yommuu ta’u yeroo hin beekamnetti dheeressuu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
124 497
26
#Waamicha Yuunivarsitiin Salaalee galmee barattoota wagga tokkoffaafi isaa olii digrii jalqabaafi lammaffaa Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
128 658
87
#Waamicha Yuunivarsitiin Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa guyyaan waamichaa barattoota digirii jalqabaafi lammaffaa Fulbaana 21- 22/2017 ta’uu beeksiseera. Fulbaana 23 barnooti ni eegala. Adabbiin galmaa’uuf Fulbaana 23-24/2017 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
137 684
56
#Waamicha Yuunivarsitiin Qabri Dahar waamichaa barattoota wagga lammaffaafi isaa olii Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
132 024
26
Finfinneetti Balaa Tiraafikaa Mudateen Lubbuun Namoota 3 Darbe Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun dubartoota 3 darbuu ibsame. Kutaa magaalichaa aanaa 11 bakka addaa biyyoo diimaa jedhamee waamamutti Konkolaataan Fe’umsaa ‘Isuzu’ jedhamu keessummeessitoota Hoteelaa daandirra imalaa turan 3 irra bahuun ejjeessuu ibsameera. Kanneen lubbuun darban sadanuu dubartoota ta’uu ibsameera. Dubartiin tokko ammoo miidhamtee yaalamaa jiraachuu Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ogeessi hariiroo ummataa Obbo Nagaatuu Maammoon eeraniiru. Miidhamtoonni kunneen bakka hojiitii eeyyama fudhachuun maatii gaaffachuuf gara Haannaa Maariyaam imalaa osoo jiranuu balaa kanaaf saaxilamuu himaniiru. Balaan kun guyyaa har’aa naannoo sa’aatii 8:20 mudachuu himameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
142 413
17
#Ads Barattoota barnoota fayyaa gatii madaalawaan oonlaayin viidiyoo qulqullina isaa eeggateen barachuu barbaaddan karaa nu hordofaa. Galmeee dhiheenyatti eegalla.
142 805
38
#Waamicha ⚡️Galmeen barattoota idilee digirii jalqabaa Fulbaana 27 fi 28/2017 kan gaggeeffamu yoo ta’u, Fulbaana 30/2017 barnoonni ni eegala; ⚡️ Guyyaan galmee barattoota idilee digirii lammaffaa jiraniif Fulbaana 19 fi 20 yoo ta'u, barnoonni Fulbaana 23/2017 ni eegala; ⚡️ Barattoonni waggaa tokkoffaa bara 2016 Yunivarsiitii Waachaamootti sagantaa sirreeffama n bu'aa darbiinsa argattanii fi bara 2017 Ministeera Barnootaatiin Yuunivarsiitichatti haaraa ramadamtan, Galmeen Onkoloolessa 4 fi 5/2017 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
148 936
103
#Waamicha Yuunivarsitiin Walayittaa Sooddoo guyyaan waamichaa Fulbaana 10 - 11/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
140 941
55
Baga Bara Haaraan isin ga’e. Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa ta’u! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
156 243
163
#Waamicha Yuunivarsitiin Walloo guyyaan waamichaa Fulbaana 10 - 11/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
147 541
37
#Waamicha Yuunivarsitiin Diillaa barattoota idilee buleeyyii fi haaraaf waamicha taassiseera. Barattoonni idilee waggaa 1ffaa bara 2016 simisteera lammaffaa osoo hin xumurin mooraa keessaa bahan Fulbaana 6 fi 7, 2017 qaamaan akka dhiyaatan yuunivarsitichi beeksiseera. Guyyaan galmee barattoota idilee digirii lammaffaa fi digirii jalqabaa akkasumas barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 darbuun bara 2017 “Freshman” ramadaman Fulbaana 19 fi 20/2017 akka ta’e ibsamee jira. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
155 746
52
#Waamicha Yuunivarsitiin Mattuu guyyaan waamicha barattoota Fayyaa Fulbaana 11 - 12/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
159 815
74
#SagaleeSabaa Waamicha yunivarsiitiiwwaan tokko tokkoon wal qabatee rakkoo uggura karaa jiruuf yaaddoo hamaa keessaa jiraachuu barattoonni Godinaalee wallaggaa keessa jiran komatan. Bara kana Yunivarsiitiin tokko tokko fulbaana 5 irraa kaasuun barattoonni mooraa akka seenaan kan waamaa jiran yoo ta'uu haa ta'u malee kun ammoo barattoota Godinaalee wallaggaa Arfan keessa jiran maraafuu yaaddoo hamaa ta'uu barattoonnii dubbatanii jiru. Barataa yunivarsiitii Arbaa minc kan ta'e barataan maqaasaa ibsuu hin barbaadne heeruu kenneen yunivarsiitichi gaafa guyyaa 5 fi 6tti waamuu ilaalchisee wayita kana uggura karaa jiru hordofee rakkoo keessa akka jiran ibsee jira. Keessumaayyuu wallaggi lixaa rakkoo cimaa keessa akka jiranii fi barattoonillee deemuuf hedduu rakkachaa akka jiran heeruudhaan qaamni dhimmichi ilaallattu furmaata akka itti laatuuf gaafataniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
173 241
60
#Waamicha Yuunivarsitiin Dirree Dawaa guyyaan waamicha barattoota buleyyii waggaa lammaffaafi isaa olii Fulbaana 8 - 10/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
164 393
47
#Ads Barattoota barnoota fayyaa gatii madaalawaan oonlaayin viidiyoo qulqullina isaa eeggateen barachuu barbaaddan karaa nu hordofaa. Gameee dhiheenyatti eegalla.
170 699
35
#Waamicha Yuunivarsitiin Gaambeelaa guyyaan waamicha barattoota buleyyii mara Fulbaana 7fi 8/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
170 238
33
Saayinsii Umamaan Barattuu Qabxii Olaanaa 575 Galmeessite: Sifeenee Takiluu Barattuu Sifeenee Takiluun Magaalaa Finfinneerraa qormaata abiyyaalessaa kutaa 12ffaa 2016 Saayinsii Umamaan 600 keessaa qabxii olaanaa 575 galmeessiteetti. Siifeeneen barattuu mana barumsaa Kaatolikii Ogziliyeem yoo taatu akka Magaalaa Finfinneetti qabxii 600 keessa 575 galmeessisuun barattuu qabxii olaanaa galmeessiste taateetti. Sifeeneen akka ibsiteetti yeroo ofii barnootaaf oolchuu, gareen qo’achuu fi deeggarsi maatii ishee fi barsiisotaa milkaa’ina kanarra gaheeraanii. Karoorrishee 600 keessaa, qabxii 550 fiduu akka ture kan kaaste Siifan, qabxii 575 fiduu isheen hedduu akka gammadde dubbatte. Maatii isheef mucaa 2ffaa kan taate Sifeeneen, Ogeettii Sirna Nyaataa ta’uu akka feetu himuu ishee AMN gabaaseera. Akka ibsa Ministeera Barnootaatti naannoo Tigraayitti qabxii 700 keessaa 675 qabxii olaanaa ta’ee galmaa’eera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
171 682
74
#Waamicha Yuunivarsitiin Boongaa guyyaan waamicha barattoota buleyyii Fulbaana 7fi 8/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
172 599
55
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa jijjiirra baraa 2017 ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarse. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
171 974
14
Barattoonniifi maatiin barattootaa bu’aa qormaataa ilaaluuf dararamaa jiru. Firii qormaata kutaa 12ffaa ilaallachuuf maatiifi barattoonni rakkachaa jiru. Dhaabbata gudda ministeera barnootaa qormaata oonlaayinii qorra jechuun dhaadatu, kan teeknooloojii waliin adeemna jedhu, qabxii barattootaa sirnaan agarsiisuu dhabuun kufaatii cimaadha. Yeroo hedduu rakkoo kana irra deddeebiin qeeqaa turreerra haa ta’uyyuu malee furmaati hin taassifamne. Bara baraan barattoonni dhiphina darbuufi darbuu dhabuun ala sababa neetwoorkiiti jechuun miidhaan xiinsammuu guddaan irratti qaqqabaa jira. sa'atii ammaa maatiifi barattoonni dhiphina guddaan obsaan firii eegaa jiru. kanneen ilaallatanis ni jiru. haa ta'uyyuu malee gochaan akka kanaa rakkoo ministeerichaa ta'uufi rakkoo garee ICT ministeerichaa ta'uu qorachuun mootummaan tarkaanfii barbaachisaaa fudhachuu qaba. Barattoonni keenya obsaan karaawwan sadaniin yaalaa, maatiin ammoo ijoollee keessan jajjabeessaa. 1. Poortaala: 2. Bot Telegiraamii:- 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
199 908
873
184 707
223
Obsaan yaalaa SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
173 358
92
Barattoonni keenya obsaan karaawwan sadaniin yaalaa, sababa rakkina serveriitiif dafee hin dhufu. 1. Poortaala: 2. Bot Telegiraamii:- 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
168 503
561
Bu’aan qormaata kutaa 12 ffaa ifoomeera Haaluma kanaan barattoonni bu’aa isaanii karaawwan armaan gadiin ilaaluu ni danda’u. 1. Poortaala: 2. Bot Telegiraamii:- 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
EAES 🇪🇹 Result bot
EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot. Use this bot to check your Result.
174 071
518
https://haurouja.net/4/6246757
175 948
30
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u. Haaluma kanaan 1. Poortaala: 2. Bot Telegiraamii:- 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
197 817
1 442
Liinkii qormaata biyyaalessaa ittiin ilaallatan kan isin beeksisnu ta’a! Obsaan nu eegaa SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
175 471
106
https://haurouja.net/4/6246757
163 485
13
Riimiidiyaala (barnoonni sirreeffamaa) bara kana jiraa? Gaaffii bara kana barnooti sirreeffamaa jiraachuu gazexeessaa irraa ka’eef ministeerri Ministeera Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa "Bara darbe kenninee jirra. Bara kanas hamma barataa xiqqeessunn barnoonni sirreeffama ni keennama. Sagantaan sirreeffamaa suuta suutaan hir'ata dhufa" jedhan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
177 472
186
Oromiyaatti mana barnootaa meeqatu barattoota dabarsuu dadhabe? Bara kana walii gala mana barnootaa 1,363 barattoota tokkollee hin dabarsine keessaa manni barnootaa 553 Oromiyaa irraa ta’u ministeerri ministeera barnootaa Piro. Birhaanuu naggaan himan. Barattoota tokkollee kanneen hin dabarsine naannoleen yeroo qoodamu akka armaan gadiiti. Oromiyaa 📌Mana barnootaa 553 Finfinnee 📌Mana barnootaa 4 Affaar 📌Mana barnootaa 33 Beenishaangul Gumuz 📌Mana barnootaa 36 Amaaraa 56 📌Mana barnootaa Soomaalee 156 📌Mana barnootaa Tigraay 52 📌Mana barnootaa SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
158 024
315
#kutaa_12ffaa Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera: 📌 Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa har’aa halkan sa’a 6tti gadhiifama. 📌 Galmee bara kana irratti fooyya’iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaa’an keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu ta’u, bara kana fooyya’iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame. 📌 Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe 📌 Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyya’aan qoruu irratti ni hojjetama. 📌 Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera. 📌 Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaa’e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaa’eera. 📌 Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u, qabxii guddaan 675/700 galmaa’eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru. 📌 Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
154 196
214
#kutaa_12ffaa Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera: 📌 Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa har’aa halkan sa’a 6tti gadhiifama. 📌 Galmee bara kana irratti fooyya’iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaa’an keessaa 1,246 qormaati isaanii jalaa haqame yommuu ta’u, bara kana fooyya’iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaata isaanii jalaa haqameera. 📌 Bara kana qormaanni walmakaa kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha. 📌 Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyya’aan qoruu irratti hojjetama. 📌 Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera. 📌 Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaa’e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaa’eera. 📌 Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u, qabxii guddaan 675/700 galmaa’eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru. 📌 Bara kana manni barnootaa 1,363 tokkoon tokkolleen barattoota hin dabarsine. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
عرض المزيد ...
1
0
Bara kana manni barnootaa 1,363 barattoota tokkollee hin dabarsine. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
142 118
116
Tigraayitti bara kana qormaanni 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u qabxii guddaan yeroo maraa 700 keessaa 675 galmaa’eera. Barattoota naannoolee biroo irraa ammoo qabxii guddaan bara kana galmaa’e shamarraniin yommuu ta’u , Saayinsii uumamaan mana barnootaa Kaateediraal irraa 575/600 , Saayinsii hawaasaan mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa 538/600 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
152 916
103
Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin kan galmaa’e yommuu ta’u. Saayinsii uumamaan mana barnootaa Kaateediraal irraa 575/600 Saayinsii hawaasaan 538/600 https://haurouja.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
140 207
141
Akka walii galaatti barattoota dhibbantaa 5.4tu qormaata kana darbe. Kana jechuun barattoota Kuma 36 fi dhibbaa 4tu bara kana darbe. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
138 204
195
Qabxii guddaan galmaa’e Tigraay irraa yommuu ta’u Tigraayitti 700 irraa ture kan qorman
137 156
55
Qabxii guddaan bara kana galmaa’e 675 yeroo ta’u qabxii guddaa hanga yoonaa galmaa’e keessaa isa guddaadha jedhameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
144 773
114
آخر تحديث بتاريخ: ١١.٠٧.٢٣
سياسة الخصوصية Telemetrio